Hiikaafi Lallaba Kitaaba Mul’ataa - BARRI MORMITUU KIRISTOOS BARA KITIMAMUU, BARA BUTAMUU FI BARA MOOTUMMAA BAR-KUMEE DHUFAA JIRUU DHA? (Ⅰ) Hiikaafi Lallaba Kitaaba Mul’ataa - BARRI MORMITUU KIRISTOOS BARA KITIMAMUU, BARA BUTAMUU FI BARA MOOTUMMAA BAR-KUMEE DHUFAA JIRUU DHA? (Ⅰ)

Hiikaafi Lallaba Kitaaba Mul’ataa - BARRI MORMITUU KIRISTOOS BARA KITIMAMUU, BARA BUTAMUU FI BARA MOOTUMMAA BAR-KUMEE DHUFAA JIRUU DHA? (Ⅰ‪)‬

    • $3.99
    • $3.99

Publisher Description

Miidhaa shororkeessoota 9/11 booda, bakki tiraafiika interneetii www.raptureready.com, bara dhumaatti rukuttaan miiliiyoona 8 ol ta’an akka ka’u niagarsiisa, bu’uura dhaabbata CNN fi TIME jedhamuttis, Amerikaanonni 59% ol ta’an mul’ata bara dhumaatti akka amanaa jiran nikaa’a.

Fedha akkasii bara kanaatiif deebii kennaa, barreessaan kitaabichaa kitaabichaa Mul’ata Yohannisiif bantuu olaanaa ifa ta’e, waa’ee dhufaatii Mormituu Kiristoos, waa’ee butamuu kitimamoota qulqullootaa fi waa’ee mootummaa bar–kumeefi waa’ee Waaqa Haaraafi Lafaa Haaraa guutummaa Macaafa Qulqulluu keessatti geggeessaa Hafuura Qulqulluutiin nidhiheessa.

Kitaabni kun tokko-tokkoon luqqisii Mul’ata Yohaannisiin hiikaa, lallaba geggeessaa dibata hafuuraan qophaa’etti dabalee nieera. Namni kitaaba kana dubbisu hundi kuusaa akeeka Waaqayyo biyya lafaatiif qabu niarga.

Yeroon ammaa kun yeroo barbaachisummaa wangeela bishaaniifi Hafuuraa hubattee gidiraafi dhiphina bara dhumaatti ilmaan namoota eeggatu jalaa ba’uuf ogummaa ittiin argattuu dha. Kitaaba kanaan, wangeela bishaaniifi Hafuuraatti amantee gidiraa dhiphina guddaa Mul’ata keessatti raajame jalaa nibaata.

GENRE
Religion & Spirituality
RELEASED
2021
2 September
LANGUAGE
OM
Oromo
LENGTH
330
Pages
PUBLISHER
Hephzibah Publishing House
SELLER
Kyung Hwan Shin
SIZE
1.5
MB

More Books by Paul C. Jong

The Tabernacle: A Detailed Portrait of Jesus Christ (I) The Tabernacle: A Detailed Portrait of Jesus Christ (I)
2011
ਪਰਕਾਸ਼ ਦੀ ਪੋਥੀ ਉੱਤੇ ਟਿੱਪਣੀ ਅਤੇ ਉਪਦੇਸ਼ - ਕੀ ਮਸੀਹੀ ਵਿਰੋਧੀ, ਸ਼ਹੀਦੀ, ਉਠਾਏ ਜਾਣ ਅਤੇ ਹਜ਼ਾਰ ਸਾਲ ਦੇ ਰਾਜ ਦਾ ਸਮਾਂ ਨੇੜੇ ਹੈ? (II) ਪਰਕਾਸ਼ ਦੀ ਪੋਥੀ ਉੱਤੇ ਟਿੱਪਣੀ ਅਤੇ ਉਪਦੇਸ਼ - ਕੀ ਮਸੀਹੀ ਵਿਰੋਧੀ, ਸ਼ਹੀਦੀ, ਉਠਾਏ ਜਾਣ ਅਤੇ ਹਜ਼ਾਰ ਸਾਲ ਦੇ ਰਾਜ ਦਾ ਸਮਾਂ ਨੇੜੇ ਹੈ? (II)
2024
ទំនាក់ទំនង រវាង ព្រះរាជកិច្ចរបស់ព្រះយេស៊ូវ និងព័ន្ធកិច្ចរបស់លោកយ៉ូហាន-បាទីស្ទ ដែលត្រូវបានកត់ត្រាទុកក្នុង កណ្ឌដំណឹងល្អទាំងបួន ទំនាក់ទំនង រវាង ព្រះរាជកិច្ចរបស់ព្រះយេស៊ូវ និងព័ន្ធកិច្ចរបស់លោកយ៉ូហាន-បាទីស្ទ ដែលត្រូវបានកត់ត្រាទុកក្នុង កណ្ឌដំណឹងល្អទាំងបួន
2024
லேவியராகமத்தைக் குறித்த பிரசங்கங்கள்: கர்த்தர் உங்கள் எல்லா மீறுதல்களையும் தீர்த்து விட்டார் லேவியராகமத்தைக் குறித்த பிரசங்கங்கள்: கர்த்தர் உங்கள் எல்லா மீறுதல்களையும் தீர்த்து விட்டார்
2024
கர்த்தர் உங்கள் எல்லா மீறுதல்களையும் தீர்த்து விட்டார் கர்த்தர் உங்கள் எல்லா மீறுதல்களையும் தீர்த்து விட்டார்
2024
ЧИ ҮНЭХЭЭР УС, СҮНСЭЭС ДАХИН ТӨРСӨН ҮҮ? [Шинэчлэн Засварласан Хэвлэл] ЧИ ҮНЭХЭЭР УС, СҮНСЭЭС ДАХИН ТӨРСӨН ҮҮ? [Шинэчлэн Засварласан Хэвлэл]
2024