Hiikaafi Lallaba Kitaaba Mul’ataa - BARRI MORMITUU KIRISTOOS BARA KITIMAMUU, BARA BUTAMUU FI BARA MOOTUMMAA BAR-KUMEE DHUFAA JIRUU DHA? (Ⅱ) Hiikaafi Lallaba Kitaaba Mul’ataa - BARRI MORMITUU KIRISTOOS BARA KITIMAMUU, BARA BUTAMUU FI BARA MOOTUMMAA BAR-KUMEE DHUFAA JIRUU DHA? (Ⅱ)

Hiikaafi Lallaba Kitaaba Mul’ataa - BARRI MORMITUU KIRISTOOS BARA KITIMAMUU, BARA BUTAMUU FI BARA MOOTUMMAA BAR-KUMEE DHUFAA JIRUU DHA? (Ⅱ‪)‬

    • $3.99
    • $3.99

Publisher Description

Kiristaanonni hedduun butamuun qulqullootaa bara gidiraa dura ta'a jedhanii yaadu. Sababiinsaa kiristaanonni baroota torban Gidiraa Guddaa sana dura butamu jedhamanii dogoggoraan barsiifamaa waan turaniif dhibaa'ummaan guutamanii jireenya amantii isaanii geggeeffachaatti jiru.

Haa ta'u iyyuu malee, butamuun qulqullootaa malakata gidiraalee torbaa keessa gidiraalee ja'affaa keessa darbanii - yeroo Mormitoonni Kiristoos mul'atanii qulqulloota warra lammaffaa dhalatan ajjeesuu eegalan malakatni inni torbaffaan yeroo afuufamu ta'a. Yesuus samii irraa kan dhufu yeroo kana keessa, du'aa ka'uu fi butamuun qulqullootaa warra lammaffaa dhalatanii yeroo kana ta'a (1 Tasaloniiqqee 4:16-17).

Guyyaa kanatti, tokkoon tokkoon namaa karaa carraa ofii isaatii filate irra dhaabbata. Qajeelonni, "wangeela bishaaniifi Hafuuraa" tti amanan du'aa ka'anii butamanii Mootummaa bar Kumeefi jireenya Mootummaa Samiitti galu, haa ta'u iyyuu malee cubbamoonni du'aa ka'uu isa tokkoffaa keessaa hin hirmaanne dha'icha waciitii torba Waaqayyo biraa dhangala'uun erga adabamanii booda ibidda si'oolitti darbatamu.

Kanaafuu, hundee barsiisa sobaa amantii addaaddaa isa yaada biyya lafaa irratti hundaa'e keessaa baanee gara Dhugaa Dubbii Waaqayyootti deebi'uu nu barbaachisa. Kitaablee koo walitti fufee maxxansamaa jiran dubbisuudhaan akka isin eebba dhiifama cubbuufi dhufaatii Gooftaa isa lammaffaa fudhattaniif abdiifi kadhannaa koo isa guddaa dha.

GENRE
Religion & Spirituality
RELEASED
2021
2 September
LANGUAGE
OM
Oromo
LENGTH
464
Pages
PUBLISHER
Hephzibah Publishing House
SELLER
Kyung Hwan Shin
SIZE
2.1
MB

More Books by Paul C. Jong

The Tabernacle: A Detailed Portrait of Jesus Christ (I) The Tabernacle: A Detailed Portrait of Jesus Christ (I)
2011
ਪਰਕਾਸ਼ ਦੀ ਪੋਥੀ ਉੱਤੇ ਟਿੱਪਣੀ ਅਤੇ ਉਪਦੇਸ਼ - ਕੀ ਮਸੀਹੀ ਵਿਰੋਧੀ, ਸ਼ਹੀਦੀ, ਉਠਾਏ ਜਾਣ ਅਤੇ ਹਜ਼ਾਰ ਸਾਲ ਦੇ ਰਾਜ ਦਾ ਸਮਾਂ ਨੇੜੇ ਹੈ? (II) ਪਰਕਾਸ਼ ਦੀ ਪੋਥੀ ਉੱਤੇ ਟਿੱਪਣੀ ਅਤੇ ਉਪਦੇਸ਼ - ਕੀ ਮਸੀਹੀ ਵਿਰੋਧੀ, ਸ਼ਹੀਦੀ, ਉਠਾਏ ਜਾਣ ਅਤੇ ਹਜ਼ਾਰ ਸਾਲ ਦੇ ਰਾਜ ਦਾ ਸਮਾਂ ਨੇੜੇ ਹੈ? (II)
2024
ទំនាក់ទំនង រវាង ព្រះរាជកិច្ចរបស់ព្រះយេស៊ូវ និងព័ន្ធកិច្ចរបស់លោកយ៉ូហាន-បាទីស្ទ ដែលត្រូវបានកត់ត្រាទុកក្នុង កណ្ឌដំណឹងល្អទាំងបួន ទំនាក់ទំនង រវាង ព្រះរាជកិច្ចរបស់ព្រះយេស៊ូវ និងព័ន្ធកិច្ចរបស់លោកយ៉ូហាន-បាទីស្ទ ដែលត្រូវបានកត់ត្រាទុកក្នុង កណ្ឌដំណឹងល្អទាំងបួន
2024
லேவியராகமத்தைக் குறித்த பிரசங்கங்கள்: கர்த்தர் உங்கள் எல்லா மீறுதல்களையும் தீர்த்து விட்டார் லேவியராகமத்தைக் குறித்த பிரசங்கங்கள்: கர்த்தர் உங்கள் எல்லா மீறுதல்களையும் தீர்த்து விட்டார்
2024
கர்த்தர் உங்கள் எல்லா மீறுதல்களையும் தீர்த்து விட்டார் கர்த்தர் உங்கள் எல்லா மீறுதல்களையும் தீர்த்து விட்டார்
2024
ЧИ ҮНЭХЭЭР УС, СҮНСЭЭС ДАХИН ТӨРСӨН ҮҮ? [Шинэчлэн Засварласан Хэвлэл] ЧИ ҮНЭХЭЭР УС, СҮНСЭЭС ДАХИН ТӨРСӨН ҮҮ? [Шинэчлэн Засварласан Хэвлэл]
2024